بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَـٰنِ ٱلرَّحِيمِ
لِإِيلَـٰفِ قُرَيْشٍ ﴿١﴾
106:1 Qurayshota barsiisuuf,
إِۦلَـٰفِهِمْ رِحْلَةَ ٱلشِّتَآءِ وَٱلصَّيْفِ ﴿٢﴾
106:2 Fe’annaa gannaafi bonaa isaan barsiisuuf jecha (warra arbaa balleesse).
فَلْيَعْبُدُوا۟ رَبَّ هَـٰذَا ٱلْبَيْتِ ﴿٣﴾
106:3 Kanaafuu Gooftaa mana kanaa haa gabbaranu.
ٱلَّذِىٓ أَطْعَمَهُم مِّن جُوعٍ وَءَامَنَهُم مِّنْ خَوْفٍۭ ﴿٤﴾
106:4 Isa beela irraa isaan nyachiseefi sodaa irraa isaan tasgabbeesse.