بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَـٰنِ ٱلرَّحِيمِ
قُلْ يَـٰٓأَيُّهَا ٱلْكَـٰفِرُونَ ﴿١﴾
109:1 Jedhi: "yaa warra Rabbitti kafartan!
لَآ أَعْبُدُ مَا تَعْبُدُونَ ﴿٢﴾
109:2 Ani waan isin gabbartan hin gabbaru.
وَلَآ أَنتُمْ عَـٰبِدُونَ مَآ أَعْبُدُ ﴿٣﴾
109:3 Isinis waan ani gabbaru kan gabbartan hin taane.
وَلَآ أَنَا۠ عَابِدٌ مَّا عَبَدتُّمْ ﴿٤﴾
109:4 Anis waan isin gabbartan (fuula duras) kan gabbaruu miti.
وَلَآ أَنتُمْ عَـٰبِدُونَ مَآ أَعْبُدُ ﴿٥﴾
109:5 Isinis waan ani gabbaru (fuula duras) kan gabbartanii miti.
لَكُمْ دِينُكُمْ وَلِىَ دِينِ ﴿٦﴾
109:6 Isiniif amantiin keessan jira; anaafis amantiin kiyya jira."